qerronewsnetworkFeb 2, 20211 min readJen. Kamaal GalchuuUpdated: Feb 3, 2021Furmaanni waaraan murteessummaa ummataa mirkanessuudha. Kan dhabne mootummaa sagalee ummataa keessaa madde. Paartii fi namni dhunfaa wabii hegeree keennaa nuu tahuu hin danda'u.Ganna 177 ol antummaa sirna bittaa Bineensota kaabaan miidhamne.Yeroo kana hunda guyyaa takka mootummaa ufii filanne hin beennu.Biyya angoon humna sibilaa keessaa maddutti akka OPDOn oromoo caala TPLFtu oromotti aana jedhaa turte osoo hin taane oromoo badatu Abashooța caala oromotti aana. Oomoonni Abashatti irkachuun akka mala yerootti fudhattan dogoggora guddaa raawwattan.Waan dhufuu malu osoo hin hubanne mormii fi hookkara hordoftan irraa haa fagaannu.
Furmaanni waaraan murteessummaa ummataa mirkanessuudha. Kan dhabne mootummaa sagalee ummataa keessaa madde. Paartii fi namni dhunfaa wabii hegeree keennaa nuu tahuu hin danda'u.Ganna 177 ol antummaa sirna bittaa Bineensota kaabaan miidhamne.Yeroo kana hunda guyyaa takka mootummaa ufii filanne hin beennu.Biyya angoon humna sibilaa keessaa maddutti akka OPDOn oromoo caala TPLFtu oromotti aana jedhaa turte osoo hin taane oromoo badatu Abashooța caala oromotti aana. Oomoonni Abashatti irkachuun akka mala yerootti fudhattan dogoggora guddaa raawwattan.Waan dhufuu malu osoo hin hubanne mormii fi hookkara hordoftan irraa haa fagaannu.
Comments